Hisqiʼel 39:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 “Atis yaa ilma namaa, Goog irratti raajii dubbadhu,+ akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Yaa Goog isa geggeessaa* angafaa Meesheekii fi Tuubaal+ taate nana, ani si irratti kaʼeera.
39 “Atis yaa ilma namaa, Goog irratti raajii dubbadhu,+ akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Yaa Goog isa geggeessaa* angafaa Meesheekii fi Tuubaal+ taate nana, ani si irratti kaʼeera.