26 “‘Meesheek, Tuubaalii+ fi namoonni hedduun isaanii wajjin jiran hundi achi jiru. Awwaalli isaanii isatti marsee jira. Hundi isaanii iyyuu dhaqna kan hin qabanne dha; isaan biyya warra jiraatoo keessatti sodaan akka jiraatu waan godhaniif goraadeedhaan waraanamaniiru.