Uumama 10:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ilmaan Yaafeet, Gomeer,+ Maagoog,+ Maadaay, Yaawaan, Tuubaal,+ Meesheekii+ fi Tiraas+ turan. Hisqiʼel 38:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yaa ilma namaa, fuula kee Goog isa biyya Maagoog+ isa geggeessaa* angafaa Meesheekii fi Tuubaal+ taʼe sana irra godhiitii isa irratti raajii dubbadhu.+
2 “Yaa ilma namaa, fuula kee Goog isa biyya Maagoog+ isa geggeessaa* angafaa Meesheekii fi Tuubaal+ taʼe sana irra godhiitii isa irratti raajii dubbadhu.+