Faarfannaa 120:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera. Hisqiʼel 32:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Meesheek, Tuubaalii+ fi namoonni hedduun isaanii* wajjin jiran hundi achi jiru. Awwaalli isaanii* isatti marsee jira. Hundi isaanii iyyuu dhaqna kan hin qabanne dha; isaan biyya warra jiraatoo keessatti sodaan akka jiraatu waan godhaniif goraadeedhaan waraanamaniiru.
5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera.
26 “‘Meesheek, Tuubaalii+ fi namoonni hedduun isaanii* wajjin jiran hundi achi jiru. Awwaalli isaanii* isatti marsee jira. Hundi isaanii iyyuu dhaqna kan hin qabanne dha; isaan biyya warra jiraatoo keessatti sodaan akka jiraatu waan godhaniif goraadeedhaan waraanamaniiru.