LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 38:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘“Guyyoota hedduu booda xiyyeeffannaan siif ni kennama.* Bara dhumaatti ati biyya sabni isaa goraadee irraa hafee deebifamee fi saboota hedduu keessaa walitti qabamee gara gaarota Israaʼel warra bara dheeraadhaaf ona taʼanii turanitti deebiʼe sana ni weerarta. Jiraattonni biyya kanaa warra saboota keessaa deebifaman siʼa taʼan, hundi isaanii iyyuu tasgabbiidhaan jiraatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi