Yooʼel 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa. Samii fi lafti ni raafamu;Yihowaan garuu saba isaatiif iddoo kooluu itti galan,+Saba Israaʼeliif dahoo ni taʼa. Naahom 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaaduu fi haaloo baʼu dha;+Yihowaan haaloo ni baʼa, dheekkamsa isaa ibsuufis qophaaʼaa dha.+ Yihowaan diinota isaa irratti haaloo ni baʼa,Hamajaajota isaatiifis dheekkamsa walitti ni qaba. Zakkaariyaas 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+
16 Yihowaan Xiyoon keessaa ni barooda,Yerusaalem keessaas sagalee isaa guddisee ni dhageessisa. Samii fi lafti ni raafamu;Yihowaan garuu saba isaatiif iddoo kooluu itti galan,+Saba Israaʼeliif dahoo ni taʼa.
2 Yihowaan Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaaduu fi haaloo baʼu dha;+Yihowaan haaloo ni baʼa, dheekkamsa isaa ibsuufis qophaaʼaa dha.+ Yihowaan diinota isaa irratti haaloo ni baʼa,Hamajaajota isaatiifis dheekkamsa walitti ni qaba.
8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+