LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 38:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ani duubatti sin deebisa; mangaagaa keetti hookkoo kaaʼees+ raayyaa waraanaa kee hundumaa,+ jechuunis fardeenii fi abbootii fardeenii warra hundi isaanii uffata gaggaarii uffatan, yaaʼii balʼaa gaachanoota guguddaa fi gaachanoota xixinnoo* qabate taʼanii fi hundi isaanii iyyuu goraadeetti fayyadamuu dandaʼanii wajjin achi keessaa sin baasa;

  • Hisqiʼel 38:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ati iddoo keetii, jechuunis andaara lafaa kaabaa irraa ni dhufta;+ atii fi namoonni hedduun sii wajjin jiran ni dhuftu; isaan hundi isaanii warra fardeeniin gulufan, warra yaaʼii guddaa fi raayyaa waraanaa guddaa taʼani dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi