-
Hisqiʼel 29:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Dubbii kana dubbadhu: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
“Yaa Faraʼoon mootii Gibxii,
Yaa uumama galaanaa guddaa taatee fi lageen laga Abbayyaa* gidduu ciistu,+
Isa, ‘Lagni Abbayyaa kan koo ti.
Anatu ofiif tolfate’ jettu nana,+ kunoo ani si irratti kaʼeera.+
4 Haa taʼu malee, ani mangaagaa keetti hookkoo nan galcha, qurxummiin Abbayyaa kee keessa jirus qola keetti akka maxxanu nan godha.
Qurxummii Abbayyaa isa qola keetti maxxanee jiru hundumaa wajjin Abbayyaa kee keessaa sin baasa.
-
-
Hisqiʼel 39:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ani duubatti si deebisee gara fuulduraatti sin oofa; andaara lafaa kaabaa irraas akka dhuftu godhee+ gaarota Israaʼel irratti ol sin baasa.
-