Hisqiʼel 38:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ati akkuma duumessa biyyattii uwwisuutti saba koo Israaʼel irratti ni dhufta. Yaa Goog, yommuun karaa kee isaan duratti of qulqulleessutti saboonni akka na beekaniif+ guyyoota dhumaatti ani biyya koo irratti sin fida.”’+
16 Ati akkuma duumessa biyyattii uwwisuutti saba koo Israaʼel irratti ni dhufta. Yaa Goog, yommuun karaa kee isaan duratti of qulqulleessutti saboonni akka na beekaniif+ guyyoota dhumaatti ani biyya koo irratti sin fida.”’+