1 Mootota 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture. 2 Seenaa Baraa 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Barandaan inni fulduraa dheerinni isaa dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee ture; ol dheerinni isaas 20 ture;* innis keessa manichaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise.+
3 Dheerinni* barandaa+ fuuldura mana qulqullummaa* jiru dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee dha. Barandichi manicha irraa dhundhuma kudhan gara fuulduraatti baʼa ture.
4 Barandaan inni fulduraa dheerinni isaa dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee ture; ol dheerinni isaas 20 ture;* innis keessa manichaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise.+