1 Mootota 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Inni utubaawwan barandaa mana qulqullummaa* sanaa ni dhaabe.+ Utubaa gara mirgaa* jiru dhaabee Yaakiin* jedhee moggaase; achiis utubaa gara bitaa* jiru dhaabee Boʼaaz* jedhee moggaase.+
21 Inni utubaawwan barandaa mana qulqullummaa* sanaa ni dhaabe.+ Utubaa gara mirgaa* jiru dhaabee Yaakiin* jedhee moggaase; achiis utubaa gara bitaa* jiru dhaabee Boʼaaz* jedhee moggaase.+