-
Hisqiʼel 40:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Achiis inni gara barandaa mana qulqullummaatti+ na fidee utubaawwan barandaa sanaa garanaa fi garasiin dhaabbatan ni safare; innis garanaan dhundhuma shan, garasiinis dhundhuma shan ture. Dalgi karrichaas garanaan dhundhuma sadii, garasiinis dhundhuma sadii ture.
-