LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 6:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Girgiddaa manichaa isa keessaa saanqaa gaattiraatiin ni ijaare. Girgiddaa manichaa isa keessaa lafa manichaatii jalqabee hamma baattuuwwan koornisii isaatti saanqaadhaan ni uwwise; lafa manichaas saanqaa birbirsaatiin ni uwwise.+

  • 2 Seenaa Baraa 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Inni mana isa guddaa muka birbirsaatiin ni uwwise; achiis warqii qulqulluudhaan ni uwwise;+ sana booda fakkiiwwan muka meexxii+ fi funcaawwaniin+ ni miidhagse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi