LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 41:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Balbalichaa olitti manni qulqullummaa inni keessaa fi alli isaa, akkasumas girgiddaan manichatti marsee jiru guutummaan isaa ni safarame. 18 Kiruubelonnii+ fi fakkiiwwan muka meexxii+ isa irratti bocamanii turan; fakkiin muka meexxii tokko kiruubelota lama lama gidduu jira ture; kiruubelonni sunis fuula lama lama qabu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi