-
Hisqiʼel 41:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Gamoon kallattii dhihaatiin argamuu fi gara iddoo banaa sanatti garagalee jiru dalgi isaa dhundhuma 70, dheerinni isaa immoo dhundhuma 90 ture; girgiddaan gamoo sanaa kallattii hundumaatiin furdinni isaa dhundhuma shan ture.
-
-
Hisqiʼel 41:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Innis iddoowwan keessa darbaman warra garanaa fi garasiin jiran dabalatee gamoo gara iddoo banaa isa duubaa sanatti garagalee jiru yommuu safaru dheerinni isaa dhundhuma 100 taʼe.
Kana malees, inni iddoo qulqulluu isa alaa, iddoo qulqulluu isa keessaa+ fi barandaawwan mooraa sanaa ni safare;
-