2 Seenaa Baraa 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis inni kutaa* isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe ni ijaare;+ dheerinni isaa dalga manichaa wajjin qixxee kan ture yeroo taʼu, dhundhuma 20 ture; dalgi isaas dhundhuma 20 ture. Innis warqii baʼeessa taalaantii* 600n isa ni uwwise.+ Hisqiʼel 41:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sana booda kutaa gara iddoo qulqulluu isa alaatti garagalee jiru ni safare, innis dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaas dhundhuma 20 ture.+ Innis, “Kun Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe+ dha” naan jedhe.
8 Achiis inni kutaa* isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe ni ijaare;+ dheerinni isaa dalga manichaa wajjin qixxee kan ture yeroo taʼu, dhundhuma 20 ture; dalgi isaas dhundhuma 20 ture. Innis warqii baʼeessa taalaantii* 600n isa ni uwwise.+
4 Sana booda kutaa gara iddoo qulqulluu isa alaatti garagalee jiru ni safare, innis dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaas dhundhuma 20 ture.+ Innis, “Kun Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe+ dha” naan jedhe.