LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 26:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Golgaa sana wal qabsiistuuwwan jalatti fannista; taabota Dhugaa Baatuu+ sanas achi fiddee golgaa sana duuba keessa. Golgaan kun Kutaa Qulqulluu+ fi Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe+ gargar isiniif ni baasa.

  • 1 Mootota 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis luboonni taabota kakuu Yihowaa sana fidanii kutaa manichaa isa keessaa,+ jechuunis Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa qoochoowwan kiruubelotaa sana jala bakka isaaf qophaaʼe ni kaaʼan.+

  • Ibroota 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Sababiin isaas, Kiristoos iddoo qulqulluu isa harkaan hojjetame, isa fakkeenya isa dhugaa sanaa taʼetti+ hin seenne;+ kanaa mannaa, amma nuuf jedhee Waaqayyo* duratti mulʼachuuf+ kallattiidhaan gara samiitti seene.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi