- 
	                        
            
            Mulʼata 11:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Iddoo qulqulluun mana qulqullummaa Waaqayyoo inni samii keessa jirus ni baname, taabonni kakuu isaa iddoo qulqulluu mana qulqullummaa+ keessatti ni mulʼate. Balaqqeessi bakakkaa, sagaleen, kakawween, kirkirri lafaa fi cabbii guddaanis ni taʼe.
 
 -