1 Mootota 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.
20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.