1 Mootota 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise. 2 Seenaa Baraa 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis inni kutaa* isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe ni ijaare;+ dheerinni isaa dalga manichaa wajjin qixxee kan ture yeroo taʼu, dhundhuma 20 ture; dalgi isaas dhundhuma 20 ture. Innis warqii baʼeessa taalaantii* 600n isa ni uwwise.+
20 Kutaan inni keessaa dheerinni isaa dhundhuma 20, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaas dhundhuma 20 ture;+ innis kuticha warqii qulqulluudhaan ni uwwise; iddoo aarsaa+ sanas muka gaattiraatiin ni uwwise.
8 Achiis inni kutaa* isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe ni ijaare;+ dheerinni isaa dalga manichaa wajjin qixxee kan ture yeroo taʼu, dhundhuma 20 ture; dalgi isaas dhundhuma 20 ture. Innis warqii baʼeessa taalaantii* 600n isa ni uwwise.+