-
Hisqiʼel 42:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Dallaa dhagaa mooraa sanaa isa kallattii bahaatiin argamu keessatti,* iddoo banaa sanaa fi gamoo sana birattis kutaawwan nyaataa ni argamu turan.+ 11 Isaan fuuldura karaan karaa kutaawwan nyaataa kallattii kaabaatiin argamanii wajjin wal fakkaatu tokko jira ture.+ Dheerinnii fi dalgi isaanii wal qixa ture; karaan ittiin baʼamuu fi akkaataan itti tolfaman wal fakkaata ture. Balbaloonni isaanii
-