Hisqiʼel 42:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kutaawwan nyaataa* fuuldura karaa keessaatiin daandiin+ dalgi isaa dhundhuma 10, dheerinni isaa immoo dhundhuma 100* taʼe jira ture; balballi isaanii gara kaabaatti kan garagale ture.
4 Kutaawwan nyaataa* fuuldura karaa keessaatiin daandiin+ dalgi isaa dhundhuma 10, dheerinni isaa immoo dhundhuma 100* taʼe jira ture; balballi isaanii gara kaabaatti kan garagale ture.