3 Achiis ulfinni Waaqa Israaʼel+ kiruubelota gubbaa bakka itti boqotee ture irraa kaʼee gara gubanii balbala manichaa dhaqe;+ Waaqayyos namicha uffata quncee talbaa irraa tolfame uffatee fi mudhii isaatti gaanfa qalama barreessaa hidhate sana ni waame.