LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Sagalee qoochoowwan isaanii yommuun dhagaʼus, sagaleen sun akkuma sagalee huursaa bishaanii, akkuma sagalee Isa Hundumaa Dandaʼu sanaa ture.+ Isaan yommuu sochoʼan, sagaleen isaanii akkuma sagalee raayyaa waraanaa ture. Yommuu dhaabbatan qoochoowwan isaanii gad buusu turan.

  • Yohaannis 12:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.

      29 Namoonni achi dhaabbatanis sagalee kana yommuu dhagaʼan, “Kakawwee dha” jedhan. Kaan immoo, “Maleekaatu isatti dubbate” jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi