-
Mulʼata 14:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Sagaleen akka bishaanota hedduu fi akka kakawwee guddaa taʼe tokko yommuu samii keessaa dhufu nan dhagaʼe; sagaleen ani dhagaʼe sunis akka sagalee faarfattoonni baganaa isaanii taphachaa faarfatanii ture.
-