Hisqiʼel 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuu inni achi na geessus nama bifti isaa sibiila diimaa fakkaatu tokko nan arge.+ Innis wadaroo quncee talbaa irraa tolfamee fi shomboqqoo safaraa* harka isaatti qabatee+ karra irra dhaabbatee ture.
3 Yommuu inni achi na geessus nama bifti isaa sibiila diimaa fakkaatu tokko nan arge.+ Innis wadaroo quncee talbaa irraa tolfamee fi shomboqqoo safaraa* harka isaatti qabatee+ karra irra dhaabbatee ture.