LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 11:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+ 20 kanas kanan godhu, isaan akka dambiiwwan kootti akka deddeebiʼaniif, murtiiwwan koo akka eeganii fi isaaniif akka ajajamaniifi. Sana booda isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii nan taʼa.”’

  • Hisqiʼel 36:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani hafuura koo isin keessa nan kaaʼa, dambiiwwan kootiin akka deddeebitanis nan godha;+ isin heerawwan koo ni eegdu, hojii irras ni oolchitu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi