Baʼuu 27:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Golee isaa arfan irratti gaanfota+ ni tolchita; gaanfonni sunis iddoo aarsaa sanaa wajjin qaama tokko taʼu; iddoo aarsaa sanas sibiila diimaadhaan ni uwwista.+ Mulʼata 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maleekaan inni jaʼaffaan+ malakata isaa afuufe.+ Anis gaanfota iddoo aarsaa warqii+ irraa tolfamee fi Waaqayyo dura jiru sanaa keessaa sagalee tokko nan dhagaʼe;
2 Golee isaa arfan irratti gaanfota+ ni tolchita; gaanfonni sunis iddoo aarsaa sanaa wajjin qaama tokko taʼu; iddoo aarsaa sanas sibiila diimaadhaan ni uwwista.+
13 Maleekaan inni jaʼaffaan+ malakata isaa afuufe.+ Anis gaanfota iddoo aarsaa warqii+ irraa tolfamee fi Waaqayyo dura jiru sanaa keessaa sagalee tokko nan dhagaʼe;