-
Baʼuu 29:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Foon jibicha sanaa, gogaa isaa fi cumaa* isaa buufatichaa alatti ibiddaan ni gubda. Kun aarsaa cubbuu ti.
-
-
Leewwota 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Museen akkuma Yihowaan isa ajajetti qaama jibicha sanaa isa hafe, gogaa isaa, foon isaa fi cumaa isaa buufatichaa alatti ibiddaan ni gube.+
-
-
Ibroota 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, foon horii lubni ol aanaan dhiiga isaanii aarsaa cubbuutiif gara iddoo qulqulluutti geessu sanaa buufatichaa alatti gubama ture.+
-