Hisqiʼel 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Karri mooraa isa keessaa+ inni gara kallattii bahaatti garagalee jiru guyyoota hojii jaʼaaf+ akkuma cufametti turuu qaba;+ haa taʼu malee, guyyaa Sanbataattii fi guyyaa baatii haaraatti banamuu qaba.
46 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Karri mooraa isa keessaa+ inni gara kallattii bahaatti garagalee jiru guyyoota hojii jaʼaaf+ akkuma cufametti turuu qaba;+ haa taʼu malee, guyyaa Sanbataattii fi guyyaa baatii haaraatti banamuu qaba.