LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 44:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Innis karaa karra iddoo qulqulluu isa alaa isa gara bahaatti garagalee jiruun deebisee na fide;+ karrichis cufamee ture.+ 2 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Karri kun akkuma cufametti tura. Hin banamu, namni kam iyyuus ittiin ol hin seenu; Yihowaan Waaqni Israaʼel waan ittiin ol seeneef+ akkuma cufametti turuu qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi