Lakkoofsa 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaan sii wajjin akka taʼaniif, akkasumas dunkaana Dhugaa Baatuu sana duratti+ sii fi ilmaan kee akka tajaajilaniif,+ obboloota kee warra gosa Leewwii, jechuunis gosa abbootii keetii taʼan dhiheessi. Lakkoofsa 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaan sii wajjin taʼanii dunkaana walgaʼii fi tajaajila dunkaanichaa wajjin wal qabate hundumaa ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu; namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu isinitti hin dhihaatin.+
2 Isaan sii wajjin akka taʼaniif, akkasumas dunkaana Dhugaa Baatuu sana duratti+ sii fi ilmaan kee akka tajaajilaniif,+ obboloota kee warra gosa Leewwii, jechuunis gosa abbootii keetii taʼan dhiheessi.
4 Isaan sii wajjin taʼanii dunkaana walgaʼii fi tajaajila dunkaanichaa wajjin wal qabate hundumaa ilaalchisee itti gaafatamummaa qaban ni raawwatu; namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu isinitti hin dhihaatin.+