Baʼuu 28:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 “Kana malees, ulfinaa fi miidhagina akka isaaniif kennuuf,+ ilmaan Aaroniif uffatawwan, sabbatawwanii fi marata mataa ni tolchita.+ Baʼuu 28:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Qullaa isaanii akka dhokfataniifis qumxaawwan* quncee talbaa isaaniif ni tolchita.+ Qumxaawwan kun mudhii irraa jalqabee hamma jilbaatti kan dheeratan taʼu.
40 “Kana malees, ulfinaa fi miidhagina akka isaaniif kennuuf,+ ilmaan Aaroniif uffatawwan, sabbatawwanii fi marata mataa ni tolchita.+
42 Qullaa isaanii akka dhokfataniifis qumxaawwan* quncee talbaa isaaniif ni tolchita.+ Qumxaawwan kun mudhii irraa jalqabee hamma jilbaatti kan dheeratan taʼu.