-
Zakkaariyaas 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Haa taʼu malee, dubbiin koo fi labsiin koo inni ani tajaajiltoota koo warra raajota taʼan ajaje abbootii keessan irratti hin raawwatamnee?’+ Kanaafuu isaan gara kootti deebiʼanii, ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkuma murteessee turetti+ akka daandii keenyaattii fi akka hojii keenyaatti nuuf deebiseera’ jedhan.”
-