LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 ‘Eessa deemna?’ jedhanii yoo si gaafatan immoo, akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha:

      “Namni dhaʼichaan duʼuu qabu kam iyyuu, dhaʼichaan haa duʼu!

      Namni goraadeedhaan duʼuu qabu kam iyyuu, goraadeedhaan haa duʼu!+

      Namni beelaan duʼuu qabu kam iyyuu, beelaan haa duʼu!

      Namni boojuudhaan fudhatamuu qabu kam iyyuus, haa boojiʼamu!”’+

  • Ermiyaas 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 ‘Isaan dhukkuba cimaadhaan ni duʼu;+ garuu namni isaaniif gaddu yookiin namni isaan awwaalu hin jiraatu; lafa irratti akkuma dikee ni taʼu.+ Goraadee fi beelaan ni dhumu;+ reeffi isaaniis allaattiiwwan samii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.’

  • Hisqiʼel 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Si keessaa harka sadii keessaa harki tokko golfaadhaan* ni duʼu yookiin beelaan si gidduutti ni dhumu. Harka sadii keessaa harki tokko naannoo keetti goraadeedhaan ni kufu.+ Harka sadii keessaa harka tokko immoo kallattii hundumaatiin* nan bittinneessa; isaan ariʼuufis goraadee nan luqqiffadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi