LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 48:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Daangaa Yihudaa biratti, daangaa isa bahaa irraa kaʼee hamma daangaa isa dhihaatti buusiin isin adda baastan, dalgi isaa dhundhuma* 25,000 haa taʼu;+ dheerinni isaa immoo gaʼee gosoota kaaniif daangaa isa bahaa irraa kaʼee hamma daangaa isa dhihaatti kennamuu wajjin wal qixa haa taʼu. Iddoon qulqulluun gidduu isaa ni taʼa.

      9 “Buusiin isin Yihowaadhaaf adda baastan dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi