45 “‘Yommuu biyyattii dhaala gootanii hihirtanitti+ biyyattii keessaa gaʼee qulqulluu taʼe tokko Yihowaadhaaf buusii godhaa kennaa.+ Innis dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 taʼuu qaba.+ Guutummaan iddoo sanaa qooda qulqulluu ni taʼa.