LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Harka isaas mataa horii aarsaa gubamu taʼee dhihaatu sanaa irra haa kaaʼu; aarsaan sunis akka araara isaaf argamsiisutti namichaaf fudhatama ni argata.

  • Leewwota 6:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Horiin aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu dhiigni isaa iddoo qulqulluu keessatti araara argamsiisuuf gara dunkaana walgaʼiitti kan fidame yoo taʼe garuu nyaatamuu hin qabu.+ Ibiddaan gubamuu qaba.

  • Ibroota 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Eeyyee, akka Seerichaatti wantoonni hundi dhiigaan qulqulleeffamu+ jechuun ni dandaʼama; dhiigni yoo dhangalaʼe malee dhiifamni cubbuu hin argamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi