1 Seenaa Baraa 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Daawit aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ sana dhiheessee yommuu xumuru, maqaa Yihowaatiin sabicha ni eebbise. 2 Seenaa Baraa 30:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Hisqiyaas mootiin Yihudaa gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 7,000 ni gumaache; bulchitoonni immoo gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 10,000 ni gumaachan;+ luboonni lakkoofsi isaanii hedduu taʼes of qulqulleessan.+
2 Daawit aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ sana dhiheessee yommuu xumuru, maqaa Yihowaatiin sabicha ni eebbise.
24 Hisqiyaas mootiin Yihudaa gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 7,000 ni gumaache; bulchitoonni immoo gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 10,000 ni gumaachan;+ luboonni lakkoofsi isaanii hedduu taʼes of qulqulleessan.+