Hisqiʼel 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Achiis inni kallattii kaabaatiin gara mooraa isa alaatti na geesse.+ Sana booda gara gamoo kutaa nyaataa isa iddoo banaa sanatti aansee,+ gamoo isa bira jiru irraa karaa kaabaatiin argamutti+ na fide.
42 Achiis inni kallattii kaabaatiin gara mooraa isa alaatti na geesse.+ Sana booda gara gamoo kutaa nyaataa isa iddoo banaa sanatti aansee,+ gamoo isa bira jiru irraa karaa kaabaatiin argamutti+ na fide.