-
Hisqiʼel 44:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Gara mooraa isa alaatti, jechuunis mooraa isa sabichi keessa jirutti baʼuu isaanii dura uffata ittiin tajaajilaa turan sana of irraa baasanii+ kutaawwan nyaataa warra qulqulluu taʼan* keessa kaaʼuu qabu.+ Achiis uffata isaaniitiin gara sabichaatti qulqullummaa akka hin dabarsineef* uffata kan biraa haa uffatan.
-