-
Hisqiʼel 42:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Luboonni yommuu iddoo qulqulluutti seenan, jalqaba uffata ittiin tajaajilan sana utuu of irraa hin baasin achi keessaa gara mooraa isa alaatti gad baʼuu hin qaban;+ sababiin isaas, uffanni kun qulqulluu dha. Isaan gara iddoo sabichaaf heyyamametti dhihaachuuf uffata kan biraa ni uffatu.”
-