LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Guyyaa sanatti cubbuu fi xuraaʼummaa irraa qulqulleessuuf mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalemiif boolli bishaanii tokko ni qotama.+

  • Zakkaariyaas 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Guyyaa sanatti bishaan jireenyaa+ Yerusaalem keessaa baʼee+ walakkaan isaa gara galaana isa bahaatti,*+ walakkaan isaa immoo gara galaana isa dhihaatti* ni yaaʼa.+ Bonaa fi ganna akkana ni taʼa.

  • Mulʼata 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Inni laga bishaan jireenyaa+ teessoo Waaqayyoo fi teessoo Hoolichaa+ keessaa baʼee yaaʼu, isa akka kiristaalii qulqulluu taʼe natti argisiise;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi