- 
	                        
            
            Hisqiʼel 40:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Innis gara karra gara bahaatti garagalee jirutti+ dhufee kortoowwan isaa irra baʼe. Yommuu mooraa karrichaa safaruttis, dalgi isaa shomboqqoo tokko ture; dalgi mooraa isa kan biraas shomboqqoo tokko ture.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 44:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
44 Innis karaa karra iddoo qulqulluu isa alaa isa gara bahaatti garagalee jiruun deebisee na fide;+ karrichis cufamee ture.+ 2 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Karri kun akkuma cufametti tura. Hin banamu, namni kam iyyuus ittiin ol hin seenu; Yihowaan Waaqni Israaʼel waan ittiin ol seeneef+ akkuma cufametti turuu qaba.
 
 -