Hisqiʼel 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuu inni achi na geessus nama bifti isaa sibiila diimaa fakkaatu tokko nan arge.+ Innis wadaroo quncee talbaa irraa tolfamee fi shomboqqoo safaraa* harka isaatti qabatee+ karra irra dhaabbatee ture. Mulʼata 21:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni anaa wajjin dubbachaa ture sunis, magaalattii, karrawwan ishii fi dallaa ishii ittiin safaruuf ulee* safaraa warqii irraa tolfame qabatee ture.+
3 Yommuu inni achi na geessus nama bifti isaa sibiila diimaa fakkaatu tokko nan arge.+ Innis wadaroo quncee talbaa irraa tolfamee fi shomboqqoo safaraa* harka isaatti qabatee+ karra irra dhaabbatee ture.
15 Inni anaa wajjin dubbachaa ture sunis, magaalattii, karrawwan ishii fi dallaa ishii ittiin safaruuf ulee* safaraa warqii irraa tolfame qabatee ture.+