LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 48:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Amma ilmaan kee warri ani gara Gibxii gara keetti dhufuu koo dura biyya Gibxii keessatti siif dhalatan kan koo ti.+ Akkuma Ruubenii fi Simiʼoon kan koo taʼan, Efreemii fi Minaaseenis kan koo ni taʼu.+

  • 1 Seenaa Baraa 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ilmaan Ruuben+ isa ilma angafaa Israaʼel taʼe sanaa kanneen kana dha. Inni ilma angafaa taʼus, siree abbaa isaa waan xureesseef*+ mirgi angafummaa isaa ilmaan Yoseef+ isa ilma Israaʼel taʼeef ni kenname; kanaafuu, inni warra dhalootaan mirga angafummaa qaban keessatti hin galmeeffamne.

  • Hisqiʼel 48:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Gaʼeen Efreem daangaa Minaasee biratti kan argamu+ yeroo taʼu, daangaa isa bahaa irraa kaʼee daangaa isa dhihaa bira gaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi