Keessa Deebii 32:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 sababiin isaas, lamaan keessan iyyuu bishaan Mariibaa+ isa Qaadesh ishii lafa onaa Ziin keessatti argamtu keessa jiru biratti Israaʼelota gidduutti anaaf amanamoo utuu hin taʼin haftaniittu; isin saba Israaʼel duratti ana hin qulqulleessine.+
51 sababiin isaas, lamaan keessan iyyuu bishaan Mariibaa+ isa Qaadesh ishii lafa onaa Ziin keessatti argamtu keessa jiru biratti Israaʼelota gidduutti anaaf amanamoo utuu hin taʼin haftaniittu; isin saba Israaʼel duratti ana hin qulqulleessine.+