Hisqiʼel 48:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Daangaan inni kibbaa inni daangaa Gaad biratti argamu Taamaar+ irraa kaʼee gara bishaanota Maribaat Qaadeshitti,+ achiis gara Laga Gogaatti*+ erga deemee booda gara Galaana Guddaatti* qajeela.
28 Daangaan inni kibbaa inni daangaa Gaad biratti argamu Taamaar+ irraa kaʼee gara bishaanota Maribaat Qaadeshitti,+ achiis gara Laga Gogaatti*+ erga deemee booda gara Galaana Guddaatti* qajeela.