Hisqiʼel 47:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Daangaan inni kibbaa* Taamaar irraa kaʼee gara bishaanota Maribaat Qaadeshitti,+ achiis gara Laga Gogaa* fi gara Galaana Guddaatti+ qajeela. Kun daangaa isa kibbaa ti.*
19 “Daangaan inni kibbaa* Taamaar irraa kaʼee gara bishaanota Maribaat Qaadeshitti,+ achiis gara Laga Gogaa* fi gara Galaana Guddaatti+ qajeela. Kun daangaa isa kibbaa ti.*