Hisqiʼel 48:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 “Naannoon isaa dhundhuma 18,000 ni taʼa. Guyyaa sana irraa jalqabees maqaan magaalaa sanaa Yihowaan Achi Jira kan jedhu ni taʼa.”+
35 “Naannoon isaa dhundhuma 18,000 ni taʼa. Guyyaa sana irraa jalqabees maqaan magaalaa sanaa Yihowaan Achi Jira kan jedhu ni taʼa.”+